Luke 23:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san isaan gaarotaan, ‘Nu irratti jiga'a!’ koobotalle'een, ‘Nu dhossa'a!’ hin jedhan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi waan gaareeniini jed'ani. Nurati jiga, ammalle waan kubileeni jed'ani, Nu d'ossa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafas gaarreeniin, ‘Nurraatti jigaa!’ kubiilleen, ‘Nu dhossaa!’ jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san gaarraniin ‹nu irratti jigaa'a› tullootaan ammo ‹nu dhossaa› jechuu jalqaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san gaarotaan nurratti jigaa tullootaan ammoo nu dhossaa jechuu jalqaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti namoonni gaarotaan, ‹nu irratti jigaa!› tulloon'llee, ‹nu dhossaa!› jechuu, jala ni qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san isaan gaarotaan, ‹Nu irratti jiga'a!› koobotalle'een, ‹Nu dhossa'a!› hin jedhan.