Luke 23:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo muki bisile'eetuu yoo akkasi godhane, yennaa muki goge attam godhan ree?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi yo waan kana ato mukhi dotaatu tolchani, gaafa mukhi goge maani taati?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo waan kana adoo mukii dottaatuu tolchan, gaafa mukii gogogge maan taati?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan eega muka jiidhaa irratti ka akkana godhan ta'e, muka gogaa ammo attam godhinnu laata?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan eega muka jiidhaa irratti akkana godhan ta'e, muka gogaa ammoo attam godhinnu laata?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa wonitti kun marrinuu muka jiidhaa irratti ka raawwatamu yoo ta'e, muka gogeessa irratti ammoo, maaltu raawwatama laata?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo muki bisile'eetuu yoo akkasi godhane, yennaa muki goge attam godhan ree?» jedhe.