Luke 23:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namoota yakkaameyyii lamaan dhibiille, ijjeesiisaaf Yesuus woliin geessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nama lamati jira, ka wo yake, ka isa woliini ijeechaa geesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee nama lamaatti ka wa yakkee, isa waliin ijeechaa geessan jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra yakka hojjatan lamaan akkasuma isa woliin ajjeesu'uuf achi geessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra yakka hojjatan lamaan akkasuma isa woliin ajjeesu'uuf achi geessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana yakkamttoota lamaan'llee Yesusiin woliin ajjeesu'uuf, qabanii ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namoota yakkaameyyii lamaan dhibiille, ijjeesiisaaf Yesuus woliin geessane.