Luke 23:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Loltootille itti taphatanee, daadhii woyni'ii dhangaggoottuu isaaf kennanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartileeni isa akeesite daad'i isati kennite,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waraanaalleen isa akkeessee daadhii singigooftuu itti kennee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni ammo gara isaa dhiyaatanii waan dhangagga'aa kennaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Loltoonni ammoo gara isaa dhiyaatanii waan dhangagga'aa kennaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Loltoonni'llee akkuma kana itti ni balddan, gara isaa'llee dhiyaatanii daadhii woyinnii dhangaggaayaa, ni kennaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltootille itti taphatanee, daadhii woyni'ii dhangaggoottuu isaaf kennanee,