Luke 23:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ati mootii Yihudootaa yoo teete, ifi fayyisi!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jetteeni, yo atini hayyu Yahudi taate ufi baasi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Atin yo hayyuu Yihudootaa taatee ufi baasi” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati yoo mootii Yihuudi'ii taate uf oolchi!» jedha'aa isatti balda'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ati mootii Yihuudii yoo taate uf oolchi!» jedha'aa itti balda'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana, «Ati nugusa worra Yihudotaa eega taate, mee mataa kee fayyis!» jedhaniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati mootii Yihudootaa yoo teete, ifi fayyisi!» jedhane.