Luke 23:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Philaaxoos mootota hayyootaatii fi gumi'iin, “Ani nama kana irratti yakkaa tokkolle hin dhaggine” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni waan qaalole gugurdofi gumiini jed'e, Anini wollaala nama kana irati ingarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Philaaxos qaallolee gugurdoo fi gumiin, “Anin wallaala nama kana irratti hingarre” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoos, bulchoota gadootaatii fi gumi'iin, «Ani nama kana irratti yakka tokkollee hin argine» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoos, bulchoota gadootaatii fi gumi'iin ani nama kana irratti yakka tokkollee hin argine jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Philaaxos itti gaafatamoota qeesotaatii fi ummataan'llee, «Ani nama kana irratti balleesaa woyiituu hin argganne» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Philaaxoos sooreyyii hayyootaatii fi gumi'iin, «Ani nama kana irratti yakkaa tokkolle hin dhaggine» jedhe.