Luke 23:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba, “Nuuti waan hunyeef waan dhaggatu'uu malle waan dhaggataarruuf, dhuguma nutti murame; inni ammoo womaa hin yakkine!” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu d'uga arganna, nu gati d'uguma ta huji teenna arganna; ammo namichi kunini woma iyakine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu dhugumaa nutti muraan; gatuma waan hujii teennaa arganne; namichii kunin ammoo homaa hin yakkine!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu waan gooneef murtii keenna arganna, murtiin nu irratti murtaaye murtii dhuga'aati. Inni ammo dhara woyiituu hin hojjanne jedhee isa teedeffate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu waan gooneef murtii keenna hin arganna, murtiin nurratti murtaaye murtii dhuga'aati. Inni ammoo dhara woyiituu hin hojjanne jedhee isa teedeefate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u sababa balleessaa raawwanneetiin adabbii nuun malu argannee jirra, naminni kun garuu balleesaa woyiituu hin raawwanne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, «Nuuti waan hunyeef waan dhaggatiisaaf malle waan dhaggataarruuf, dhuguma nutti murame; inni ammoo womaa hin yakkine!» jedheen.