Luke 23:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuusiin, “Yesuus, mootummaa teetiin yennaa dhuttu na qaabbadhu!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Yeso, na qaabad'u, hojja guddinna kanke seentu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesusiin, “Yesus, yo guddinna kankee seentu na qaabadhu!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusiin, «Gooftaa kiyya! hennaa mootummaa keetiin dhuftu na qaabadhu!» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusiin, «Gooftaa kiyya, mootummaa keetiin hennaa dhuftu na qaabadhu!» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesusiin, «Yaa Gooftaa! Mootummaa keetitti yoo dhufttu, ana yaadadhu!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuusiin, «Yesuus, mootummaa teetiin yennaa dhuttu na qaabadhu!» jedhe.