Luke 23:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Dhugumaan ani sitti hima, adhuma ana woliin addee gammadaa keessa hin jiraatta” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan isaani jed'e, D'uguma, waan anini siini jed'u, Arra atini fulla dansa na woliini teeta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesusilleen deebisee isaan, “Anin dhugumaan, sitti himaa, ardha atin na waliin mootummaa Waaqaa keessa teetta” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Dhugamaan siin jedha, adha na woliin jeennata galta» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Dhugamaan siin jedha, adha na woliin jeennata galta» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Dhugamaan siin jedha, adhumaan kana ana woliin, gara jaayinataa ni aseentta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Dhugumaan ani sitti hima, adhuma na woliin addee gammadaa keessa hin jiraatta» jedheen.