Luke 23:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Orraa gara sa'aatii jaatitti aduun ifa waan dhaddeef, latti duudiin dukkanoottee, haga sa'aatii sagalii turte. Gollaan Galma Waaqaalle addee lamatti tarsa'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti guyya gudda geennaani haga saafa dukanoofte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii guyyaa guddaa geennaan aduun ibsuu lakkichee haga saafa'aa dukkanoofte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sa'aatii jaha irraa jalqabee dukkanti haga sa'aatii sagalii biyya lafaa maratuu ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sa'aatii jaharraa jalqabee dukkanti haga sa'aatii sagalii biyya lafaa maratuu ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, kun ka ta'e guyyaa keessaa gara saa'aatii jahaa titti ture, yeroo sanii jalaqabee haga saa'aatii sagalii titti, arddii mara irratti dukkana ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Orraa gara saatii jaatitti aduun ifa waan dhaddeef, latti duudiin dukkanoottee, haga saatii sagalii turte. Gollaan Galma Waaqaalle addee lamatti tarsa'e.