Luke 23:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus qoonqoo guddo'oon, “Abbaa kiyya, ani ayyaana kiyya harka keetitti kennadha!” jedhe. Inni kana jedhee du'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni qonqo guddooni lalabe waan jed'e, Aabbo, lubbu tiyya harka kanketi lakisa! Akasi jed'e ch'iche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus qoonqoo guddoon lallabee, “Aabboo, lubbuu tiyya harka kankeetti lakkisa!” jedhee ciche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus laagaa gudda'aan iyyee, «Abbaa lubbuu tiyya harka keetitti yaboo dabarsee kenna!» jedhe. Kana jedhee lubbuu ufii dabarsee kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee laagaa gudda'aan iyyee, Abbaa lubbuu kiyya harka keetitti yaboo dabarsee kenna jedhe. Kana jedhee lubbuu ufii dabarsee kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee Qooniqqa isaa ol fudhatee, «Yaa Abbaa! Kunoo! Lubbuu kiyya harka kee titti yaboo ni kenna!» jedhe, kana'llee eega jedheen duubatti, lubbuun isaa foon irraa ni fooyamitte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus qoonqoo guddo'oon, «Abbaa kiyya, ani ayyaana kiyya harka keetitti kennadha!» jedhe. Inni kana jedhee du'e.