Luke 23:48 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin ilaaliisaaf achitti wolitti qabanteertu maraa waan te'e yennaa dhaggite, gaddaan qoma ifii dhodhowataa gara mana ifii galte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini ch'ufti ta daawachu d'ufte waan tahe arginaani mata gingilfatte galte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin daawwachuu dhufte cuftii waan ta'e arginaan mataa gingilfachaa gara mana ufii galte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri kana argu'uuf wol gaye maruu waan ta'e san hennaa argan laphee ufii tuma'aa deebi'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri kana argu'uuf walgaye maruu waan ta'e san hennaa argan laphee ufii tumaa deebi'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhimmicha laalu'uuf achitti woligayanii namoonni turan marrinuu waan ta'e yeroo arganitti, gaddu'uun laphee isaanii dhaya'aa, gara mana isaanii ni deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin ilaaliisaaf achitti wolitti qabanteertu maraa waan te'e yennaa dhaggite, gaddaan qoma ifii dhodhowataa gara mana ifii galte.