Luke 23:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri isa beekanu maraa fi dubartooti Galiilaa irraa isa hordofane ammoo fagoo dhaabbatanee, waan kana ilaaliisatti jiraniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalaani isaa ch'ufaafi nad'eeni Galilaya ta isa gula d'ufte fago ejaanjatte waan kana daawate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallan isaa cufaa fi nadheen Galiilaa ta isa gula dhufteelleen fagoo irraa ejaajjitee waan kana daawwatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isa beekan maruu, dubartoonni Galiila'aa isa faanaa dhufan maruu fagoo dhaabatanii waan kana laala'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri isa beekan maruu, Dubartoonni Galiila'aa isa faanaa dhufan maruu fagoo dhaabatanii waan kana laala'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni Yesusiin dhiyeennatti ni beekaniin turan marrinii fi Galiila'aa jala qabanii ni horddofaniin dubarttoonni turan'llee fagoo dhabatanii, waan kana ni laalan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isa beekanu maraa fi dubartooti Galiilaa irraa isa hordofane ammoo fagoo dhaabbatanee, waan kana ilaaliisatti jiraniiyyu.