Luke 23:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo, “Inni biyya Yihuda'aa mara keessatti, Galiila'aa jalqabee haga asiitittille barsiisaa kolbaa teenna raasiisatti jira” jedhanee itti jabeessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri isa d'owe waan jed'e, Inni biyya yake lafa Yahudi ch'ufa keesati barsiisa, haga Galilayatiifi haga armale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo isa irratti didee, “Innii biyya yakkee lafa Yihudaa cufa keessatti, haga Galiilatii fi haga armaallee barsiisaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo jabeessanii, «Galiila'aa jalqabee haga Yihuuda'aa maraa keessatti barsiisa'aa gumii booreessa» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo jabeessanii, «Galiila'aa jalqabee haga Yihuudaa maraa keessatti barsiisa'aa gumii booressa» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu, «Naminni kun Galiila'aa jala qabee haga asii titti, arddii Yihuda'aa marattuu barsiisa'aa, ummata jeequmssaaf ni kakaasa» jedha'aa, ciminnaan ni himataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo, «Inni biyya Yihuda'aa mara keessatti, Galiila'aa jalqabee haga asiitittille barsiisaa kolbaa teenna raasiisatti jira» jedhanee itti jabeessane.