Luke 23:54 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaan sun guyyaa Qophi'ii ti, Sanbatille seeniisaaf dhikaatera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani suni guyya Kurfefacha, guyyaani Sabatoleeni la d'iaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan sun guyyaa Kurfeeffachaa, guyyaan Sanbataalleen la dhi'aate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan sun guyyaa qophi'ii ture; Sambannillee seenuu gayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaan sun guyyaa qophi'ii ture. Sambannillee seenuu gayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwateef jimaata galgala Sanbbataaf, yeroo qophiin taasfamutti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan sun guyyaa Qophi'ii ti, Sanbatille seeniisaaf dhikaateera.