Luke 23:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos tana yennaa dhage'e, nama Galiila'aa te'uu isaa gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni dubbi tana d'ageennaani aka nami kuni nama Galilaya gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos dubbii tana dhageennaan akka namii kun nama Galiilaa gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoos ammo Galiilaa hennaa jedhan dhagayee, «Inni nama Galiila'aatii?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoos ammoo Galiilaa hennaa jedhan dhagayee, inni nama Galiila'aatii jedhee gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Philaaxos'llee Galiilaa dubbii jedhu yeroo dhagayetti, «Kun nama biyya Galiila'aatii ree?» jedhee, ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos tana yennaa dhage'e, nama Galiila'aa te'uu isaa gaafate.