Luke 24:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantooti ammoo dubbii hin teene seyanee, dubbii isaanii hin dhuggeeffanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jechi kunini odu d'araa worraati fakaate d'ugefachu didani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jechii kunin ammoo oduu dharaa warratti fakkaatee dhugeeffachuu didan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan dubbiin kun waan suuraa isaanitti fakkaateef isaan hin amanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee dubbiin kun waan suuraa isaanitti fakkaateef isaan hin amanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu wonitti kun eebijjuu suura'aa isaatti waan fakkaateef, isaan hin amanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti ammoo dubbii hin teene seyanee, dubbii isaanii hin dhugeeffanne.