Luke 24:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan marroo waan te'e kana maraa haasowiisatti jiraniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan tahe kana ch'ufa woliini hasaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waan ta'e kana cufaa waliin haassa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan ta'e kanniin maraa woliin qaaqa'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee waan ta'e kanniin maraa woliin qaaqa'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee waan ta'e kana maraa kaasanii, ufii isaaniitii woliin ni mari'atan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan marroo waan te'e kana maraa haasowiisatti jiraniiyyu.