Luke 24:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo isaan waan kana haasowaa mari'atanuu, Yesuus ifumaafuu dhufee biraan bayee, isaan woliin ideeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato wolgaafatani hasaanu, Yesoni worrati d'iaate woliini deeme.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo walgaafatanii haasa'aanuu, Yesus warratti dhi'aatee waliin deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma isaan waan san qaaqa'aa qorata'aa deeman, Yesuus isaanitti dhufee isaan woliin deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduma isaan waan san qaaqa'aa qorata'aa deeman, Yesuus isaanitti dhufee isaan woliin deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee yeroo haasayaanttii fi yeroo mari'atanitti Yesus mataan isaa gara isaanii dhiyaatee, isaan woliin adeemuu jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan waan kana haasowaa mari'atanuu, Yesuus ifumaafuu dhufee biraan bayee, isaan woliin ideeme.