Luke 24:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo akkka isaan isa hin hubanne, ilti isaanii qabanteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilti worra sapupoofte, fuula isa wollaalaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Iltii warraa ammoo saphuphooftee, fuula isa wallaalan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo akka isa hin beenne ijji isaanii qabamee ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo akka isa hin beenne ijji isaanii qabamee ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ija isaaniitiin uduma isa argan eennuun akka ta'e beeku'uuf, hin danddeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo akka isaan isa hin hubanne, ilti isaanii qabanteerti.