Luke 24:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Wonni isin haasowaa ideentanu kun maan inni?” jedhe. Isaan fuula gaddaatiin achuma dhaabbatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Dubbini isani ato kara yaatani hasooftanu tuni maani? Miila d'aabatani oodani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warraan, “Dubbiin isan adoo karaa yaatanuu hassooftan tun maan?” jennaan, oodanii achuma ejjaajjan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Gadda'aa wonti woliin qaaqa'aa deemtan kunniin maali'i?» Isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee gadda'aa wonti woliin qaaqa'aa deemtan kunniin maali'i? Isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Adeemissa irra uduu jirttan ka irratti haasofttan wonitti kun maali'i?» isaaniin jedhe. Isaan'llee gadda'aa qajeelanii ni dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Wonni isin haasowaa ideentanu kun maan inni?» jedhe. Isaan fuula gaddaatiin achuma dhaabbatane.