Luke 24:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan keessaa Qileyophaa ka jedhamu tokko deebisee, “Yerusaalem keessatti nami keessummaan ka waan dhiyoo tana achitti te'e hin beenne, si'uma calla'aa?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara keesa namichi toko, ka Kleopa jed'ani, waan jed'eeni, Nami Yerusalemu keesa jiru, ka waan achiti d'io tana tahe ind'agayiini sii ch'alla?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jara keessaa namichii tokko, ka Qileyopha jedhan, “Namii Yerusaalem keessa jiru, ka waan dhiyoo tana achitti ta'e hindhaga'iin si qofaa?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Qalayoophaa jedhamu tokko ammo deebisee, «Ati Yerusaalemitti hojja kee keessummaa taatee jiraattaa? Guyyoota kanniin waan achitti ta'e hin beettuu?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Qalayoophaa jedhamu tokko ammoo deebisee, «Ati Yeruusaalemitti hojja kee keessummaa taatee jiraattaa? Guyyoota kanniin waan achitti ta'e hin beettuu?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessa'llee tokko Qeleeyophaa ka jedhamu, «Guyyoota kanniintti Yerusaalemiin keessatti wonittoota raawwataman ka hin beekinne, keessummaan si'i qofaa?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan keessaa Qileyophaa ka jedhamu tokko deebisee, «Yerusaalem keessatti nami keessummaan ka waan dhikoo tana achitti te'e hin beenne, si'uma calla'aa?» jedhe.