Luke 24:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni, “Maan inni?” jedhee gaafate. Isaan deebisanee, “Marroo Yesuusii nama Naaziretii, ka waan godhee fi waan dubbateen Waaqaa fi kolbaa mara duratti raagaa jabaa,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni, Waan akami? jed'eeni. Worri waan jed'eeni, Waan Yeso Nazareti, ka waan tolchanifi waan dubbatanileeni raaga gudda tahe Waaqafi nama ch'ufa duraleti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii, “Waan akkam?” warraan jennaan warrii, “Waan Yesus Naazreetii, ka waan tolchanii fi waan dubbataniilleen Waaqaa fi nama cufaa duraalleetti raaga guddaa ta'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Maal inni?» jedhee gaafate. Isaanillee akkana jedhaniin, «Waan Yesuusii nama Naazireetii, ka huji'ii fi dubbi'iin Rabbii fi gumii maraa biratti raagaa jaba'aa!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Maal inni?» jedhee gaafate. Isaannillee akkana jedhaniin, «Waan Yesuusii nama Naazireetii, ka huji'ii fi dubbi'iin Rabbii fi gumii maraa biratti raagaa jabaa,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Maali'i inni?» isaaniin jedhe. Isaan'llee akkana jechu'uun ni deebisaniif, «Waayee waan Yesusii Naazireetii irratti raawwatameeti! Inni'llee Waaqaa fi namoota mara duranatti, dubbi'ii fi huji'iin'llee nabiyyii cimaa ta'e ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Maan inni?» jedhee gaafate. Isaan deebisanee, «Marroo Yesuusii nama Naaziretii, ka waan godhee fi waan dubbateen Waaqaa fi kolbaa mara duratti raagaa jabaa,