Luke 24:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhakaan afaan boolla awwaalaa irraa gangalfameeruun dhaggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akha awaala ira gangalchani argite,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhakaa awwaala irraa gangalchan argitee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaan awwaalaan cufame ka irraa gangalfameeru argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhagaan awwaalaan cufame ka gangalfameeru argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dhagaan awwaalli ittiin cufame awaalaa irraa achi gangalatee, ni argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhakaan afaan boolla awwaalaa irraa gangalfameeruun dhaggane.