Luke 24:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ammoo ka Israa'el wodu isa jennee addii itti godhanneera. Kana maraa irratti, wonni kun mara haga teeteen adhi guyyaa sadeesso'oo ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nu qara aka inni Israeli baasu abdanne. Tana male, arriti guyya sadeeso haga wonti kunini taate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu ammoo qaraa akka innii Israa'el baasuu abdanne. Tana maleellee haga wantii kunin taatee, ardhittii guyyaa sadeessoo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu ammo namni Israa'eeliin fayyisu isa jennee abdannee turre. Wonti kun maruu haga ta'e adha guyyaa sadeesso'ooti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu ammoo namni Isiraa'eeliin fayyisu isa jennee abdannee turre. Wonti kun maruu haga ta'e adha guyyaa saddaffa'aati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u garuu, ‹Israa'eeliin ka fayyisu isa› jennee, abddii taasfinnee turre. Haa ta'u malee wonitti kun marrinuu eega raawwatame kunoo, adha guyyaa sadaffa'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammoo ka Israa'el wodu isa jennee addii itti godhanneerra. Kana maraa irratti, wonni kun mara haga teeteen adhi guyyaa sadeesso'oo ti.