Luke 24:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dabalamaan, dubartooti golii teennaa nu maalalchaneeran; isaan adha barii halkaniin gara boolla awwaalaa dhaqaneeran;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle, nad'eeni gari ta gumi teenna diirama kana gara awaala d'at'e guddo nu mamsiifte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee, gumii teennaa keessaa nadheen garii diirama kana gara awwaalaa dhaxxee guddoo nu mamsiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti biraa ammo ka nu maalalchiise dubartoonni gariin nu keessaa hulee awwaalaa dhaqanii,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti biraa ammoo ka nu maalalchiise dubartoonni gariin nu keessaa hulee awwaalaa dhaqanii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa nu'u jidduu dubarttoonni jiran tokko tokko nu maalalchiisanii jiran, isaan'llee adha ganama obboro'oon gara bakka awwaalaa dhaqanii turan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dabalamaan, dubartooti golii teennaa nu maalalchaneeran; isaan adha barii halkaniin gara boolla awwaalaa dhaqaneeran;