Luke 24:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus isaaniin, “Isin attam attam gowwoole'e, waan raagoti jedhane maraa dhugeeffatiisaafille yaadi gadhaa keessanii attam attam hancaara'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni waan worraani jed'e, Isani ka waan raagi jed'e hurriftani ind'ugefanne guddo daalle!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus warraan, “Isan akkam daallee ka waan raagii jedhe hurriftanii hindhugeeffanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee akkana isaaniin jedhe, «Isin bada worra hin hubannee fi worra waan raattonni dubbatan maratti qalbiin keessan hin amanne,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee akkana isaaniin jedhe, «Isin bada worra hin hubannee fi worra waan raattonni dubbatan maratti ka qalbiin keessan hin amanne,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Isin worra hin hubannee fi worra waan nabiyyoonni dubbatan mara'llee, amanuu irraa'llee onneen keessan ufi duuba hafitte!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus isaaniin, «Isin attam attam gowwoole'e, waan raagoti jedhane maraa dhugeeffatiisaafille yaadi gadhaa keessanii attam attam hancaara'a!