Luke 24:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Masiihiin rakkinna kana maraa fudhatee ulfinna ifiititti galiisi, barbaachisa'aa motii ree?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kristoni akana gaargale duuba eege guddinna ufi seenu himmalle?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kiristoon akkana gaargalee duuba guddinna ufii seenu hinmalee?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoos rakkoon irra gayee ulfinnatti seenuun isa hin barbaachisuu ree?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoos rakkoon irra gayee ulfinnatti seenuun isa hin barbaachisuu ree?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Masihichiin rakkinna kana mara fudhachu'uu fi gara ulfinnaa aseenuun isaaf ni malaa mitii ree?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Masiihiin rakkinna kana maraa fudhatee ulfinna ifiititti galiisi, barbaachisa'aa motii ree?» jedhe.