Luke 24:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus achiin duuba kitaaba Muuse'eetii jalqabee kitaabota raagotaa mara keessatti, marroo isaatiif waan Barreeffam Woyyichi dubbatu maraa isaaniif hiike.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga Musafi raagi ch'ufati iti keyate, waan isaa ka t'aafi keesati t'aafani ch'ufa worraa diige.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga Musee fi raagota cufaa itti keeyyatee, waan isaa ka kitaaba keessatti barreessan cufaa warraa diige.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattota maraaf Muusee irraa jalqabee waan isaa ka kitaabban maraa keessatti barreeffame isaanii hiike.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raattota maraaf Muusee irraa jalqabee waan isaa ka kitaabban maraa keessatti barreeffame isaanii hiike.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti kitaaba Muse'eetii fi nabiyyootaa irraa jalqabee, kitaabban qulqullaayomota mara irrattuu waayee isaatiif ka himame tuqa'aa isaan ni hubachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus achiin duuba kitaaba Muuse'eetii jalqabee kitaabota raagotaa mara keessatti, marroo isaatiif waan Barreeffam Woyyichi dubbatu maraa isaaniif hiike.