Luke 24:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gara ollaa itti dhaqiisatti jiranuu yennaa dhikaatane, Yesuus akka waan dabaree ideemuu te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Olla iti yaaniti d'iaannaani, inni aka waan dabru fed'u tahe;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ollaa itti ya'anitti dhi'aanaan, innii akka waan dabruu fedhuu ta'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara ganda dhaqa'aaranii dhiyaatanii isaan waan inni fagoo deemu isaanitti fakkaate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara ganda dhaqa'aaranii dhiyaatanii isaanillee waan inni fagoo deemu isaanitti fakkaate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara ganda inni itti deemuu yeroo dhiyaatanitti'llee, Yesus bira dabrree waan deemu ni fakkaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara ollaa itti dhaqiisatti jiranuu yennaa dhikaatane, Yesuus akka waan dabaree ideemuu te'e.