Luke 24:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Boolla awwaalaa keessa yennaa seenane ammoo, reeffa Goottaa Yesuusii hin dhagginne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
keesa duunnaani reefa Aabbo Yeso d'abde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
keessa duunnaan reeffa Aabboo Yesus dhabde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa boolla awwaalaa keessa seenan reeffa Gooftaa Yesuusii hin argine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa boolla awwaalaa keessa seenan reeffa Gooftaa Yesuusii hin argine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara keessaa yeroo aseenanitti garuu, reeffa Gooftaa Yesusii hin arganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boolla awwaalaa keessa yennaa seenane ammoo, reeffa Goottaa Yesuusii hin dhaggine.