Luke 24:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan woliin qori'itti hiiqee yennaa tee'e, daabboo fuudhee eebbisee, cassee isaaniif kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra woliini sagale nyaatani tataani, jennaani qit'a fuud'e eebise, ch'ach'abse qoode.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra waliin sagalee nyaatanii tataa'anii, jennaan qixxaa fuudhee eebbisee, caccabsee qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu isaan woliin hurbaataaf taa'eeru xoroshoo ol fuudhee eebbisee caccabsee isaanii kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu isaan woliin hurbaata'aaf taa'eeru xoroshoo ol fuudhee eebbisee caccabsee isaaniif kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan woliin'llee nyaataaf ni taa'e, buddeena ol fuudhee kadhannaa galataa eega taasiseen duubatti, kukkutee isaanii ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan woliin qori'itti hiiqee yennaa tee'e, daabboo fuudhee eebbisee, cassee isaaniif kenne.