Luke 24:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ilti isaanii banantee, isa hubatane; inni ammoo ila isaanii duraa miliqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilti worraa banamte isa beekhani, ammo isa akanumati ufi duraa d'abani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan iltii warraa banamtee isa beekanii, innii ammoo warra duraa miliqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji isaanii hin baname; isaanillee hin beekaniin. Inni ammo ija isaanii afo'oo miliqe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijji isaaniillee hin baname, isaanillee hin beekaniin. Inni ammoo ija isaanii afo'oo miliqe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti ijji isaanii banameeti Yesusiin ta'uu isaa ni beekan, inni garuu bakkumatti ija isaanii jalaa ni dhokate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ilti isaanii banantee, isa hubatane; inni ammoo ila isaanii duraa miliqe.