Luke 24:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan wol woliin, “Yennaa inni kara'atti nu woliin haasowee fi Barreeffama Woyyicha nu'uuf hiike, gadhaan keenna hin gubannee?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan woliini jed'e, Hojja kara keesati nuuni hasae waan t'aafani nu diige, garaani nu bobaeyu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii, “Yo karaa keessatti nuun haasa'ee waan barreessan nuu diigee, garaan nu boba'eeyyuu?” waliin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Hennaa inni kara'atti nu woliin dubbata'aa turee fi hennaa inni kitaabban nu barsiisa'aa ture garaan keenna nu kakka'ee nu raafama'aa hin turree?» woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Hennaa inni kara'atti nu woliin dubbataa turee fi hennaa inni kitaabban nu barsiisaa ture garaan keenna nu kakka'ee nu raafama'aa hin turree?» woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee ufii isaaniitii, «Karaa irratti ka nu dubbisa'aa turee fi kitaaba Qulqulluu'llee tuqa'aa nu hubachiisa'aa, onneen keenna akka ibiddaa titti ni bobayaa hin turree ree?» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan wol woliin, «Yennaa inni kara'atti nu woliin haasowee fi Barreeffama Woyyicha nu'uuf hiike, gadhaan keenna hin gubannee?» jedhane.