Luke 24:34 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Goottaan dhugumaan du'aa ka'eera, Simoonille'etti mudhateera!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'uguma Aabbooni yayu kae, Simoniti mullate jed'u argani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Dhugumaa Aabboon yaayyu ka'ee, Simoonitti mullate” jedhu argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Gooftaan Yesus dhugamaanuu ka'ee jira! Simoontti'lee mulidhatee jira!» ni jedhan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan dhugumaan du'aa ka'eera, Simoonille'etti mudhateera!» jedhane.