Luke 24:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba jarri lamaan waan kara'atti te'e maraa fi yennaa Goottaan daabboo casse attam akka isa beekane himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri waan kara keesati tahe odeese, aka inni qit'a ch'abse jennaani worri isa beekhe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii waan karaa keessatti ta'e haasa'e; akka innii qixxaa cabsee jennaan warrii isa beeke.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee waan karaa irratti ta'e haga Xoroshoo cabseen maayessa attamitti akka isa beekan isaanitti odeessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee waan karaa irratti ta'e haga Xoroshoollee cabsee akkamitti akka isa beekan isaanitti odeessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni lamaan'llee gara isaaniitiin karaa isaanii irratti, waan ta'ee fi Gooftaan Yesus buddeena yeroo kute attamitti akka isa beekan'llee, isaanitti ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba jarri lamaan waan kara'atti te'e maraa fi yennaa Goottaan daabboo casse attam akka isa beekane himane.