Luke 24:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, “Maaf sodaattan? Gadhaa keessan keessatti maaf mantan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni waan worraani jed'e, Maafi naatani? Maafi garaa keesani keesati birefattani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo warraan, “Maaf naatan? Maaf garaa keessan keessatti birreeffattan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo, «Maaf naatan? Maaf mamiin garaa keessan keessatti uumame?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo, «Maaf naatan? Maaf mamiin garaa keessan keessatti uumame?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu akkana isaaniin jedhe, «Waayee maali'iitiif naatan, waayee maali'iif'llee onnee keessantti shakkitanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, «Maaf sodaattan? Gadhaa keessan keessatti maaf mantan?