Luke 24:39 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Harka kiyyaa fi miila kiyya ilaala'a, anumaayyuu dhagga'a. Qaqqaba'aatii ana ilaala'a; ekeraan foonii fi lafee hin qaddu, akkuma dhaggitanu ani hin qaba” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harkafi miila kiyya ilaala, aka nami naa. Naa qabad'a ilaala, imbeetani ekheraani aka kiyya kana nafafi lafele inqabdu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka namii na'aa harkaa fi miila kiyya laalaa, ana matuma kiyya! Mee na qabadhaa laalaa, akka ekeraan akka kiyya kana nafaa fi lafeellee hinqamne inbeettanii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ana ta'e akka beettan mee harka kiyyaa fi luka kiyya qaqqaba'aa laalaa'a; ekeraan foonii fi lafee hin qabu, Ani ammo hin qaba.» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka ana ta'e akka beettan mee harka kiyyaa fi luka kiyya qaqqaba'aa laalaa'a; ekeraan foonii fi lafee hin qabu, Ani ammo hin qaba.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Harka kiyyaa fi miila kiyya'llee arga'aatii ana mataa kiyya ta'uu beekaa, qaqabddan'llee ana laalaa, ana akkuma argitan, hafuurri fooni'ii fi lafee hin qabu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harka kiyyaa fi miila kiyya ilaala'a, anumaayyuu dhagga'a. Qaqqaba'aatii na ilaala'a; ekeraan foonii fi lafee hin qaddu, akkuma dhaggitanu ani hin qaba» jedhe.