Luke 24:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan waan kana mamiisatti jiranuun, nami lamaan woyaa caccalaqqittu uffatee dedhuma cinaa isaanii dhaabbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato isiini waan kana mamtu, nami lama, ka woya bibilit'u qabu, worra bira ejaanje.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo isiin waan kana mamtuu, namii lama, ka wayaa bibillixxuu qabu, tasa warra bira ejaajje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan kana uduu mama'aaran namoonni lamaan uffata calalaqu uffatanii isaan bira dhaabatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan waan kana uduu mama'aaran namoonni lamaan uffata calalaqu uffatanii isaan bira dhaabatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kanaatiin'llee maalalffachuu irra uduu jiran kunoo, uffata adii calaqisu ka uffatan, namoonni lamaa dhufanii isaa bira ni dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan kana mamiisatti jiranuun, nami lamaan woyaa caccalaqqittu uffatee dedhuma cinaa isaanii dhaabbate.