Luke 24:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isaaniin, “Masiihiin akka rakkatuu fi guyyaa sadeesso'oo du'aa akka ka'u,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, wonti t'aafani, tana; Kristoni gaargale guyya sadeeso kau male,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii barreessan tana; “Kiristoon gaargalee guyyaa sadeessoo du'aa ka'uu male,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana isaaniin jedhe, «Kiristoos hin rakkata; guyyaa sadeesso'oo du'aa hin ka'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkana isaaniin jedhe, «Kiristoos hin rakkata; guyyaa saddaffa'aa du'aa hin ka'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Masihiin rakkinna akka fudhatuu fi guyyaa sadaffaa titti'llee du'aa akka ka'u durssee barreeffamee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Masiihiin akka rakkatuu fi guyyaa sadeesso'oo du'aa akka ka'u,