Luke 24:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
cubbuu irraa deebi'iisaa fi araarri cubbu'uu maqaa isaatiin Yerusaalemii jalqabee gosa maraaf akka lallabamu barreeffameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka haga Yerusalemu iti keyatani iraa deebitifi araarama daba maqa isatiini gosa ch'ufati odeesu malani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka irraa deebii fi araarama cubbuu maqaa isaatiin Yerusaalemii itti keeyatanii gosa cufaatti himuu malan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa isaatiin cubbuu irraa deebi'uu fi araarri cubbu'uu Yerusaalemiin irraa jalqabee banii maraa irratti hin lallabama jedhamee barreeffameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maqaa isaatiin cubbuu irraa deebi'uu fi araarri cubbuu Yeruusaaleemiin irraa jalqabee gumii maraa irratti hin lallabama jedhamee barreeffameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma kana maqaa isaatiin dhiifaminni cubbu'uu Yerusaalemii jalaqabee biyya maratti, ummata maraaf akka lallabamu dubbatamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
cubbuu irraa deebi'iisaa fi araarri cubbu'uu maqaa isaatiin Yerusaalemii jalqabee gosa maraaf akka lallabamu barreeffameera.