Luke 24:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartooti guddoo sodaatanee gad lafa ilaalane; namooti sun ammoo, “Maaf jiraataa worra du'eeru odduu barbaaddan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sodaatani, lafa ilaalani jennaani worri kaani waan jed'eeni, Maafi nama jiru awaala keesa barbaaddani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen guddoo sodaattee, lafa lalaltee jennaan warrii kaan ammoo, “Maaf nama jiru awwaala keessa barbaaddan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoonni sunniin sodaatanii uduu ijaan lafa laala'aaran akkana isaaniin jedhan, «Maaf jiraataa worra du'e keessaa soxxan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartoonni sunniinillee sodaatanii uduu ijaan lafa laala'aaran akkana isaaniin jedhan, «Maaf jiraataa worra du'e keessaa soxxan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttoonni'llee haalaan sodaatanii gara lafaa gadi jedhanii uduu jiran namoonni, «Waayee maali'iitiif jiraataa worra du'an jiddu'uu barbaadan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartooti guddoo sodaatanee gad lafa ilaalane; namooti sun ammoo, «Maaf jiraataa worra du'eeru odduu barbaaddan?