Luke 24:50 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus qachaa keessaa baasee, haga Bitaaniya'aa isaan geesse; achitti harka ifii lamaanuu ol kaasee isaan eebbise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani haga Bethania worra geese, harka olfud'ate eebiseefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan haga Bitaaniyaa warra geessee, harka lachuu olfudhatee warra eebbise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee achii bayee haga Bitaaniya'aa isaan geegessee harka ufii lamaan ol kaasee isaan eebbise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee achii bayee haga Bitaaniya'aa isaan geegessee harka isaa lamaan ol kaasee isaan eebbise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus barattoota isaatiin magaalaa Yerusaalemiitii isaan baasee haga Bitaaniya'aa isaan ni fide, achitti'llee harka isaa diriirssee isaan ni eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus qachaa keessaa baasee, haga Bitaaniya'aa isaan geesse; achitti harka ifii lamaanuu ol kaasee isaan eebbise.