Luke 24:53 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
yennaa mara Galma Waaqaa keessatti Waaqa galateeffataa turane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojja ch'ufa Mana Waaqa keesati Waaqa faarsani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yo cufaa Mana Waaqaa keessatti Waaqaa faarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa Rabbiin galatoonfata'aa mana woyyuu keessa jiraatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa maraa Rabbiin galatoonfata'aa mana woyyuu keessa jiraatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa'llee galateeffata'aa yeroo maraa Mana Waaqeffanna'aatii, hin fooyaman turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa mara Galma Waaqaa keessatti Waaqa galateeffataa turane.