Luke 24:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni as hin jiru, ka'eera. Galiilaa adoo jiruu waan inni isinitti hime qaabbadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni arma injiru, ammo la kae. Waan inni isaniini jed'e qaabad'a, gaafa inni Galilaya jiru:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii arma hinjiru la ka'ee. Waan gaafa Galiilaa jiru innii isaniin jedhe qaabadhaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni as hin jiru; ka'eera. ‹Ilmi Namaa harka cubbamtootaatitti dabarfamee kennamu'uu fi fannifamee guyyaa sadeesso'ootitti du'aa ka'uun giddi'i› jedha'aa ka inni hennaa Galiilaa jiru isinitti dubbate qaabadhaa'a!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni asi hin jiru, ka'eera. ‹Ilmi Namaa harka cubbamootaatitti dabarfamee kennamu'uuf, fannifamee, guyyaa saddaffa'aatitti du'aa ka'uun dirqama› jedha'aa ka inni hennaa Galiilaa jiru isinitti dubbate qaabadhaa'a!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni asi hin jiru, ka'ee jira, Galiilaa yeroo turetti, waan inni isinitti hime yaadadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni as hin jiru, ka'eera. Galiilaa adoo jiruu waan inni isinitti hime qaabadha'a!