Luke 24:7 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
‘Ilmi namaa harka cubbaalleyyi'iititti kennamee, fannifamee, guyyaa sadeesso'ootitti du'aa ka'uu male’ jedhe” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilma Nama harka nama dabati kennani fannisani, gaafa sadeeso kau male jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Ilma namaa harka nama dabaatti kennanii fannisanii, guyyaa sadeessoo ka'uu male’ jedhe” jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Ilmi Namaa cubbamootaaf dabarffamee kennamuun, fannifamu'uu fi guyyaa sadaffaa titti'llee du'aa ka'uun isaan ni malaan› isiniin jedhee ture.» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Ilmi namaa harka cubbaalleyyi'iititti kennamee, fannifamee, guyyaa sadeesso'ootitti du'aa ka'uu male› jedhe» jedhaneen.