Luke 24:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba waan Yesuus jedhe qaabbatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dubbi isaa qaabate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dubbii isaa qaabatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoonnillee hennaa san waan inni dubbate yaadatanii
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartoonnillee hennaa san waan inni dubbate yaadataniiti hulee awwaalaatii deebi'anii kana maraa kudha tokkoo isaaniitiif worra kaawwan marattuu himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttoonni'llee dubbii Yesusii ni yaadatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba waan Yesuus jedhe qaabatane.