Luke 24:9 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Addee awwaalaatii yennaa deebi'ane, waan kana maraa ergantoota kudhanii tokkoo fi worra kaan maratti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
awaala biraa yae, waan kana ch'ufu jara kud'ani tokotiifi jara d'ibileti hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
awwaala biraa yaa'ee, waan kana cufa jara kudhanii tokkotii fi jara dhibiilleetti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hulee awwaalaatii deebi'anii kana maraa namoota kudha tokkootii fi kaawwanittillee himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
bakka awwaalaatii'llee deebi'aanii kana maraa kudha tokkoo isaaniitii fi worra hafanitti'llee ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee awwaalaatii yennaa deebi'ane, waan kana maraa ergantoota kudhanii tokkoo fi worra kaan maratti himane.