Luke 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Xiberyoos mooticha te'ee woggaa kudhanii shaneesso'ootitti, Phonxoos Philaaxoos bulchaa biyya Yihuda'aa, Heroodis biyya Galiila'aatitti, obboleessi isaa Filiphoos biyya Ixuriya'aatii fi Xuraakonixiititti, Lisaaniyaasille biyya Abiliinya'aatitti bulchitoota biyyaa te'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna kud'ani shaneeso ka Kaisari Tiberioni lafa fide, gaafa Pontio Pilatoni lafa Yahudi fide, ka Herodeni hayyu Galilaya, ka oboleesi isaa Filiponi hayyu lafa Itureafi Trakoniti, Lisanialeeni hayyu lafa Abilene,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ganna kudhanii shaneessoo ka Qiisar Xiberiyos lafa fide, Phonxos Philaaxos lafa Yihudaa bulche; Herodis ammoo hayyuu Galiilaa, obboleessii isaa Filiphos hayyuu lafa Ixuriyaa fi Xraakonixisitti, Lisaanyasiileen hayyuu lafa Abiliiniyatti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Qeesaar Xibaariyos mooye woggaa kudha shaneesso'ootitti Pheenxenichi Philaaxoos bulchaa biyya Yihuuda'aa ture; Heroodisi biyya Galiila'aatitti, obboleessi isaa Filiphoos biyya Xuriya'aatii fi Xuraakondoositti, Lisaaniyaasillee biyya Saabilamiisiititti bulchitoota turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Qeesaari Xabaariyos mooye woggaa kudha shanaffa'aatitti Pheenxeenichi Philaaxoos bulchaa biyya Yihuuda'aa ture, Heroodisi biyya Galiila'aatitti, obboleessi isaa Filiphoos biyya Xuriya'aatii fi Xuraakondoositti, Lisaaniyaasillee biyya Saabilamiisiititti bulchitoota turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nugufnni Rooma'aa Xibaariyos nugusa ta'ee woggaa kudha shanaffaa titti, pheenxenaawichi philaaxos bulichaa arddii Yihuda'aa ni ture, Heerodis bulichaa biyya Galiila'aa ni ture, akkuma kana obboleessi isaa Filiphoos bulichaa biyya Ixuriyaasii fi xiraakonidoos, Liisanyoosii fi bulichaa Abileene'ee ni turan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xiberyoos mooticha te'ee woggaa kudhanii shaneesso'ootitti, Phonxoos Philaaxoos bulchaa biyya Yihuda'aa, Heroodis biyya Galiila'aatitti, obboleessi isaa Filiphoos biyya Ixuriya'aatii fi Xuraakonixiititti, Lisaaniyaasille biyya Abiliinya'aatitti bulchitoota biyyaa te'ane.