Luke 3:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jennaan kolbaan, “Yoona nuuti maan tolchinu ree?” jettee Yohaannis gaafatte
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gumiini waan isaani jette, Nu maani taana re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan gumiin, “Nu maan tolchina ree?” jettee Yoh. aannis gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san gumiin, «Maal haa goonu ree?» jedhanii gaafataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san gumi'iin, «Maal haa goonuree?» jedhanii gaafataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni'llee, «Eegaa maal haa taasfnnu?» jechu'uun, Yohaannisiin ni gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jennaan kolbaan, «Yoona nuuti maan tolchinu ree?» jettee Yohaannis gaafatte